1 Kings 22:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahabuni waan Yehoshafathini jed'e, Anini, inni waan hamtu male dansa na infagu sini injinne? Me ilaali!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Israa'elii Aki'aabi Iyyoosaafixiin «Inni raaga badaa malee raaga mishaa naa hin raagu jedhee sitti hin himnee?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Israa'elii Ahaab Yoshaafaaxiin, «Inni marroo tiyyaaf hantuu malee, waan dansaa ijjumaa akka raaga hin dubbanne ani sitti hin hinnee?» jedheen.