1 Kings 22:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Mikayaani waan jed'e, Amma waan AABBO Waaqi jed'u ch'aqasi! Anini AABBO Waaqa ka barch'uma ufi ira tau gubbati arge, ka malaikaani isa mirgaafi bita isaa enjaanjitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattichi Mikkiyaas deebisee akkana isaan jedhe, «Eeganaa ati dubbii Rabbii dhagayi; Rabbi teessoo ufii irra taa'ee maleekkonni sami'ii maruu bita'aa fi mirga isaatiin ka dhaabataniiran arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miikiyaas itti dabalee, «Tanaaf waan Mootiin Waan Maraa jedhu dhage'i! Mootiin Waan Maraa barcumaa mootummaa ifii ka ol-gubba'a irra tee'ee, ergantooti isaa martinuu middaa fi bitaa isaa dhaabbataneeranuun dhagge.