1 Kings 22:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Eentu Ahabu soba, aka inni deeme Ramothiti duu? Malaikaani gari waan taka jette, ammo ta gari waan d'ibi jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka mootichi Aki'aabi gara Reemaatii Gala'aadii dhaqee achitti du'u ka isatti himee isa dogoggorsu eennu? jedhe; maleekkota keessaa tokko yaada tokko, maleekkota keessaa gareen tokko garuu waan biraa hima'aa yaada gara garaa hima'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Ahaab gara Raamoot-Giili'aadii dhaqee achitti akka ijjeefamu eentu isa dokonkorsuu dande'a?› jedhe. Ergantoota Mootii Waan Maraa keessaa tokko waan tokko, kuun waan dhibii dubbate;