1 Kings 22:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Mikayaani waan jed'e, AABBO Waaqi yayu raagoota tante tana ch'ufa kiyyibsiise. Ammo isumati si balleesu fed'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mikkiyaas «Eeganaa wonti murtaaye kanaa, raattonni tee tunniin akka raaga sobaa raagan ka taasise Rabbi; kanaafuu Rabbi si irratti waan hamaa godhu'uuf ufumaa murteesse» jedhee raawwate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa ayyaana sobaa afaan raagota teetii keessa keyee, badiille akka sitti dhuttu murteesse» jedhee dubbii ifii buufate.