1 Kings 22:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jettaniini, Hayyichi waan jed'u, Nama kana mana hid'aansa keesa buusa, qit'a gogafi bisaani ch'allaani gololcha, hagu anini nagayaani galuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana jedha'aa itti kennaa'a; mootichi haga ani lolaa nagayaan deebi'utti nama kana mana hidha'aa tursiisaa'a, xoroshoo goga'aa fi bisaan callaa kenna'aafii siin jedha jedha'aanii» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan isa hidhanee, haga ani nageyaan deebi'utti daabbo'oo fi bisaan malee waan tokkolle akka itti hin kennine itti himi» jedhe.