1 Kings 22:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahabuni waan jara isaatini jed'e, Nu maafi ch'allimne ufuma teteenna, ka diri Ramothi ka Gileadi harka hayyu Shamu keesa jiru; d'anne fud'anne ho?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Israa'eliillee worra biyya bulchaniin «Reemaatiin biyya Gala'aadii keessatti argamtu akkuma teenna taatee fi nullee mooticha biyya Sooriya'aa irraa fudhachuun keenna akka hin oolle hin beettanii?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Israa'elii Ahaab qondaaltota ifiitiin, «Raamoot-Giili'aad teenna adoo teeteertuu, harka mootii Sooriya'aatii deebifatiisaaf, nuuti waan tokkolle akka hin godhin hin beettanii motii?» jedhe.