1 Kings 22:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahabuni waan Yehoshefathini jed'e, Anini woya tiyya jijirad'e, nama d'ibi ufi tolche had'u d'aqa, ammo atini woyyuma tante ta hayyuutini had'u d'aqi. Duuba hayyichi Israeli woya jijirate, nama d'ibi ufi tolche had'iisa d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Israa'elii Iyyoosaafixiin «Uffata jijjiiradhee, uffata lolaa uffadhee, lola keessa seenaa ati garuu uffatuma kee uffadhu» jedheen; mootiin Israa'elii uffata ufii jijjiiratee lola keessa seene.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Israa'elii Ahaab Yoshaafaaxiin, «Eennulle akka na hin beenneef, woyaa dhibii uffadhee duula hin dhaqa; ati ammoo woyaa teeti ta mootumma'aa uffadhu» jedheen. Tanaaf mootichi Israa'elii Ahaab eennulle akka isa hin beenneef woyaa dhibii uffatee duule.