1 Kings 22:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo askartichi Shamu toko danu t'iya darbe, hayyu Israeli fulla mihi isaa ka lola woltiini eju worraani. Jennaani hayyichi waan nama gaari isaa oofuni jed'e, Anini ya madae, had'iisa iraa nu deebisi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu akkuma tasaa loltoota worra Sooriya'aa keessaa namni tokko ebo'oon darbatee mootii Aki'aabiin mudhii isaa woraannaan Aki'aabi namicha gaarii fardaa oofuun «Ani woraannameeraa farda hiriira lolaa keessaa gara raasa'aa na baasi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa namichi tokko guubee ifii duuchi-balleessii darbatee, wodhakkaa uffanni sibiilaa ka mootichi Ahaab uffateeru lamaan wol qabateeruun isa woraane; mootichi Ahaab nama garreettaa fardaan harkifamu oofuun, «Ani waan madoweef, garreettaa fardaan harkifamu gara duuba garagalfadhuutii addee lolaa tana keessaa na fuudhii deemi!» jedhee ajaje.