1 Kings 22:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka had'iisa aka male jabaachu jiru, hayyu Ahabu gaari isaa keesati fuula worra Shamuti deebisani jabeesani qabani. D'iigi isa keesa yau gaari isaa jala guute, lafti galgalomnani ch'iche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaaf san hennaa lolli jabaate mootichi Aki'aabi banii Sooriya'aa afo'otti gaarii fardaa ka ufiititti irkatee ture; dhiinni madaa isaa keessaa jigu gaarii fardaa garaa jalaan jige; inni guyyama san galgala du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa san lolli o'ee, mootichi Ahaab gara worra Sooriya'aa fuula galee garreettaa ifii ka fardaan harkifamu keessa itti irkatee dhaabbate; dhiigi madaa isaa irraa garreettaa keessatti gad lola'ee, inni galgaluma san du'e.