1 Kings 22:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka aduuni d'ia raraate askarti Israeliti lalabani, waan jed'ani, Nami ch'ufti lafafi dira keesa baataniti gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa aduun dhiyuu geette «Ajanyi mootichi waan du'eef namni maruu gara biyya ufiitii fi gara qachaa ufii haa galuu jedhu worra duula ajaju ka Israa'elii irraa baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aduun seeniisatti jirtuun, «Nami martinuu gara biyya biyya ifii, gara qachaa qachaa ifii deebi'ee deemuu ti!» ajaji jedhu quttuma loltoota Israa'elii keessatti dhage'ame.