1 Kings 22:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaari isaa fulla haro Samaria fulla sareeni d'iiga isaa arraabde sharmut'i nafa iti d'iqatuti d'iqani, akuma AABBO Waaqi jed'e kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaarii fardaa ka mootichi irratti du'e haroo Samaariya'aa ka seebartoonni keessatti dhiqattutti dhiqan; akkuma Rabbi tanaan dura dubbatetti sariin dhiiga isaa arrabde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garreettaa isaa ka fardaan harkifamulle baleessa Samaariya'aa ka sagaagaltooti itti dhiqatutti dhiqanee, akkuma Mootiin Waan Maraa dubbate dhiiga isaa sareen arraadde.