1 Kings 22:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan Yehoshefathini jed'e, Dira Ramothi deemne woliini haane ho? Yehoshefathini waan jed'eeni, Hayye, anaafi askarti tiyyafi fardooleeni tiyyaaleeni ch'ufti kurfo jirra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Iyyoosaafixiin, «Waan Reemaatii biyya Gala'aadii keessatti argamtuutiif lolu'uuf baya'aarraa na woliin baataa?» jedheen; Iyyoosaafixi mootii Israa'eliitiin «Ani keeti; baniin kiyya banii keeti; faradoon tiyyallee faradoo teeti» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Ahaab Yoshaafaaxiin, «Raamoot-Giili'aad loliisaaf na woliin hin dhaxxaa?» jedhee gaafate; Yoshaafaax deebisee, «Ani akkuma keeti; kolbaan tiyya teeti; fardoon tiyyalle teeti» jedhe.