1 Kings 22:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni isaa gaafasi sodomi shani, duuba eege inni ganna diddami shani Yerusalemu keesa lafa mohate. Haad'a isaa maqaani Azuba, isiini dubra Shilhi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi hennaa moowu ka'ima woggaa soddomii shanii ture; Yerusaalemiin keessatti woggaa diddamii shanii mooye; haati isaa mucattii Shilihii ta Azubaa jedhamtu turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax yennaa mootii te'e nama woggaa soddomii shanii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa diddamii shan bulche. Maqaan haadha isaa Azuba'a; isiin intala Shilhii ti.