1 Kings 22:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma abba isaa Asa inni waan AABBO Waaqi fed'u ch'alla tolche, ka diqole iraa ingorini; ammo fulla waaqa d'ara iti kad'atani, ta gaareeni gubba, imballeesine, biyyiti achiti sorio baafte hit'aana aarsu illakimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi akkuma mootii Aasaa isaan duraa, Rabbiin afo'otti waan mishaa ta'e maraa hojjatee, garuu hulee worri ormaa waaqa tolfamaa ufii itti waaqeffatan hin balleessine; kanaafuu baniin hulee sanniinitti ciincaa dhiyeessu'uu fi hixaana aarsuu hin dhiifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax akkuma abbaa ifii Aasa'aa huje malee, karaa isaa irraa hin gorre; te'uu malee, addeen waaqonfanna'aa waan hin diigaminiif, kolbaan addee waaqonfanna'aa sanitti ciincaa ciincessiisaa fi hixaana aarsiisa hin lakkinne.