1 Kings 22:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yehoshefathini tolche ch'ufafi jannooma isaatiifi woraana inni lole ch'ufa kitaaba Odu Hayyoota Yuda keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mootichi Iyyoosaafixi bara ufii bulchu hojjate keessa ka hafee fi attamitti akka lole galmee seenaa mootota Yihuuda'aa keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin ta mootichi Yoshaafaax bara mootummaa ifii huje, milkayiis isaa ta lolaa kitaaba dabarsii mootota Yihuda'aa keessatti barreeffanteerti.