1 Kings 22:46 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni sharmut'a d'iiratifi ka uwa, ka duri abbaani isaa Asani lakise ch'ufa lafa keesaa balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi dhiiraa fi dubartoota seebaran ka hulee waaqa tolfamaa itti waaqeffatan ka bara abbaan isaa Aasaan bulchu irraa jalqabanii jiran maraa balleesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolloo galma waaqota dharaa keessaa ta dhiirti keessatti wol bukkoonsitu, ta bara bulchiinsa abbaa isaa Aasa'aatuu jirtu lafa san keessaa balleesse.