1 Kings 22:48 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoshfathini hobolo gugurdo bunaqa mid'aafate, lafa Ofiriti erge, achi worqi guurate; ammo hobolo suni Esioni — Geberiti ch'ach'abde achumati hafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Iyyoosaafixi galaana guddaa gama ceeyanii worra oofirii worqii fidaniif markaba hedduu ka akka markaba Tersesii hojjachiisee ture; garuu Markaboonni Itsiyoongaabiritti waan caccabaniif deemuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yoshaafaax biyya Ofiiriitii worqii akka fidanuuf hoboloota gugurdoo daldalaa ta akka hoboloota Tarshiishii huje; hobolooti sun ammoo Eziyon-Geberitti waan caccabaneef dhaquu hin dandeenne.