1 Kings 22:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo qara eegi, ato iyyaane Waaqa kad'anne gorsa iraa fud'anna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi mootii Israa'eliitiin, «Garuu dura akka fedha Rabbii gaafattu si kadhadha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax ammalle, mootii Israa'elii Ahaabiin, «Dursiitii fedha Mootii Waan Maraa gaafadhu» jedhe.