1 Kings 22:52 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni faanuma abba isaa Ahabutifi haad'a isaa Yezebelitifi hayyu Yeroboamu ka Israeli ch'ubbu keesa buuse gula bahe AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Rabbiin afo'otti waan hamaa abbaan isaa Aki'aabii fi haati isaa Eelzaabeel Israa'eliin irratti hojjatan hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hujii abbaa ifiitii fi haadha ifii, hujii Yerobi'aamii ilma Nebaatii ka Israa'elooti akka cubbuu hujju godheelle, gula waan deemeef, Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu huje.