1 Kings 22:53 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Baali kad'ate hojateefi, ammalle akuma abbaani isaa AABBO Waaqa Israeli dallansiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma abbaa ufii waaqa tolfamaa ba'aaliin waaqeffata'aa sagadeefii tajaajila'aa Rabbii Waaqa Israa'elii aarse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma abbaa ifii, waaqa dharaa Ba'aal tajaajilee waaqonfatiisaan, Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii tuttuqee aarse.