1 Kings 22:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ahabuni raagoota nama d'ibba afuri wolti yaame waan jed'eeni, Dira Ramothi inhad'a mo inhad'u? Worri waan jed'eeni, Ee beeni had'i, AABBO Waaqi harka kanketiti worra kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Israa'elii raattota haga nama dhibba afurii gayan wolitti qabee «Waan Reemaatii biyya Gala'aadii keessa jirtuutiif lolaaf hin deema mo'o hin dhiisa?» jedhee isaan gaafate; raattonni, «Rabbi akka ati mooyattu waan godhuuf woliin bayi» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Ahaab raagota gara nama dhibba afurii wolitti qabee, «Raamoot-Giili'aaditti hin duula moo hin lakkisa?» jedhee isaan gaafate. Isaanille, «Dhaqiitii loli; Goottaalle harka keetitti dabarsee isaan hin kenna» jedhanee deebisane.