1 Kings 22:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yehoshefathini waan jed'eeni, raagi d'ibiini injiru, ka nu gorsa AABBO Waaqa iraa fud'annu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi garuu, «Raanni Rabbii ka biraa ka ammallee deebinee waa gaafannu hin argamuu?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax ammoo, «Raagichi Mootii Waan Maraa ka nuuti gaafannu ka dhibiin as hin jiruu?» jedhee gaafate.