1 Kings 22:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahabuni waan jed'eeni, Ee, toko d'ibiti jira, ka Mikaya ilma Imla jed'ani. Ammo anini isa injibba; wonti akanatiifi inni waan hamtu male waan dansa na infagu. Yehoshefathini waan jed'eeni Akasi, injed'ini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Israa'elii deebisee Iyyoosaafixiin, «Namni waan fedha Rabbii gaafannu ilmi Yimla'aa Mikkiyaas hin jira; inni garuu raaga badaa malee raaga mishaa naa hin raagu; kanaafuu ani isa hin jaaladhu!» jedheen; Iyyoosaafixi, «Akkana dubbachuun si hin barbaachisu!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaabille, «Raagichi dhibiin ka karaa isaatiin fedha Mootii Waan Maraa nuuti gaafannu, ilmi Imla'aa Miikiyaas hin jira; ammoo inni yennaa mara hantuu malee, waan dansaa ijjumaa naaf raagee waan hin beenneef, ani isa hin jibba» jedhee deebise. Yoshaafaax deebisee, «Mooticha, ati akkas dubbatiisaaf hin malle» jedhe.