1 Kings 3:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Solomonini kad'ate suni iraa gammade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon waan kana kadhannaan Rabbi guddisee gammade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon tana waan gaafateef Mootiin Waan Maraa gammade.