1 Kings 3:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'eeni, Waan atini jireenna kanke d'eera, yokhaani hormaata, yokhaani badi nyaapa keeti kad'achu didde, qalbi kara d'uga gula namaani fiddu na kad'ateefi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Murtii qajeelaa murteessu'uuf ufiif ogummaa na kadhatte malee ufii bara baay'ee jiraachuu, durummaa, diintota kee akka sii fixuuf waan na hin kadhanneef, kunoo ani waan ati na kadhatte kana sii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Waaqi Solomooniin, «Ati ifiif bara dheeraa le'iisaaf yookiin duroomiisaaf yookiin diinoti keeti akka du'anuuf adoo hin te'in, muraa haqaa kenniisaaf qarummaa waan na gaafatteef,