1 Kings 3:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini waan atini kad'ate suni amma sii tolcha. Anini qalbiifi hubacha ta nami haguma d'alate inargatini, yokhaani ta nami tokoleeni haguma jiru inarganne sii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo akkuma ati na kadhatte, akkuma armaan dura namni si fakkaatu hin jirre, siin maayessallee akka namni biraa hin kaane godhee qalbii waa hubattuu fi ta ogummaa qabdu sii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani waan ati na gaafatte siif hin godha; qarumma'aa fi hubantii nami tokkoolle tanaan qara hin qanne yookiin haganaa achille dhaggatuu hin dandeenne si'iif hin kenna.