1 Kings 3:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Solomonini damaqe oljed'e tae, aka dubbini suni oobju hubate. Inni Yerusalemu d'aqe, Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa dura eje, sorio gubanifi sorio wold'ageeti AABBO Waaqaa baase. Eegi suni hojattu isaa ch'ufa wolti yaame jila tolcheefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon hennaa hirribaa dammaqu akka Rabbi eebju'uun itti dubbata'aaru hubate; kanaan maayessa gara Yerusaalemii dhaqee saanduuqa waadaa Rabbii afoo dhaabatee ciincaa ciincawuu fi ciincaa fayyumma'aa dhiyeessee garboota ufii maraafuu nyaata qopheesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Solomoon hirriibaa dammaqee, akka oojjuu teete hubate; inni gara Yerusaalemii dhaqee, Saanduqa Gondooroo Mootii Waan Maraa dura dhaabbatee ciincaa dhikeessee, kennansa tokkumma'aa kenne; tajaajiltoota ifii duudiille'eef jila jilise.