1 Kings 3:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Toko waan jetteeni, Ee hayyicha, anaafi niitiini tunini mana tokoti woliini galla; ato isiini artuma jirtu anini ilma d'iira d'ale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartittiin takka mootichaan, «Gooftaa kiyya! anii fi dubartittiin tun mana tokko keessa jiraanna; ani uduu isii woliin mana tokko keessa jiraannu daye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lamaan keessaa takkattiin mootichaan, «Goottaa kiyya, anii fi dubartittiin tun mana tokko keessa leena; adoo isiin na woliin achi jirtuu ani ilma deye.