1 Kings 3:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Mana AABBO Waaqa taka injaare, tanaafi nami fulla heduti sorio Waaqaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga hennaa sanii manni woyyuun Rabbii waan hin ijaaramneef baniin hulee itti sagadan ka tulluu gubba'aatitti ciincaa dhiyeessa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Galmi Mootii Waan Maraatiif ijaaramee waan hin jirreef, kolbaan addee waaqonfanna'aa irratti ciincaa dhikeessitiiyyu.