1 Kings 3:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyyaate anini lafaa kae daima hosifad'a jennaani reefuma ch'alla arge. Anini aka dansaa ilale aka daimi sunini kiyya intahini hubad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ani daa'ima kiyya harma hoosisu'uuf ganamaan ka'u daa'imni du'eera; yoo ka'ee laalu daa'ima kiyyaa miti» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa ganama ani annuu kiyya hoosifatiisaaf yennaa ka'u, isa du'eeru dhagge; barii latti itteertuun hubadhee yennaa ilaale, annuu ani deye akka hin te'in beeke» jette.