1 Kings 3:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo niitiini taani waan jette, Hiyo akasiiniti, daimi jiru kunini kiyyuma ka dueti kanketi! Niitiini qara taani waan jette, Akasiiniti, daimi due keeti ka jiru kiyya, duuba worri akasi hayyu durati wolmorme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartittiin lammeesso'oollee, «Daa'imni jiru kiyya; ka du'e keeti malee akka ati amma jedha'aartu kanaa miti» jette; akka kana jedha'aa mooticha afo'otti wol morma'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartittiin tuun ammoo, «Lakkii! Annuun jiru kiyya; ka du'e keeti» jette. Dubartittiin qaraa, «Waawwo'o! Annuun du'e keeti; ka jiru kiyya» jette. Maarre isaan mooticha duratti wol moromane.