1 Kings 3:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi waan jed'e, isani lachu daimi jiru kunini kiyya, ka dueti kanke jettani irati wolmormitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mootichi, «Dubartittiin tuun, ‹Ka lubbu'uun jiru daa'ima kiyya, ka du'e garuu daa'ima isi'iiti jetti!› dubartittiin lammeesso'oo garuu, «Ka lubbu'uun jiru kiyya, ka du'e garuu ka isi'iiti!› jette jedhe.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Solomoon, «Dubartiin tun, ‹Annuun jiru kiyya; ka du'e keeti› jetti; tuunille, ‹Lakkii! Annuun du'e keeti; ka jiru kiyya› waan jettuuf,