1 Kings 3:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan jed'e, Daima jiru kana wod'akati gargari kuta, nad'eeni tana lachu gama gama kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi worra guraadee qabatee gara isaa dhufe sanniiniin, «Daa'ima lubbu'uun jiru kana bakka lamatti mura'aatii lamaaniiyyuu kennaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni isaaniin, «Annuu jiru addee lamatti gargar baqassa'aatii, gama tokko dubartii takka'aaf, gama kaan dubartii taaniif kenna'a» jedhee ajaje.