1 Kings 3:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi waan jed'e, Daima inijeesiina, niiti qaraa sunii kenna, haati isaa suni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootichi, «Daa'ima lubbu'uun jiru ka haadha akka hin duune isi'ii kennaa jetteetii isi'ii kennaa'a malee hin ajjeesinaa'a!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Solomoon, «Annuu jiru hin ijjeesina'a; dubartittii qaraatiif kenna'a; isiin haadha isaa ti» jedhe.