1 Kings 3:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli aka hayyuuni dubbi suni mure d'agaye jennaani, guddo isaa sodaatani saalfatanifi, wonti akanatiifi worri yayu aka Waaqi qalbi d'uga gula woini murani suni isaa kenne hubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Murtii mootichi murteesse worri Israa'elii maruu dhagayanii akka ogummaa Rabbi isaa kenne waan hubataniif mooticha kabajjan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii marti muraa Solomoon kenne yennaa dhageette, akka inni muraa haqaa muriisaaf Waaqa biraa qarummaa dhaggate beettee, ulfinna guddaa isaaf kennite.