1 Kings 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani suni AABBO Waaqi oobju keesa isati d'ufe waan jed'eeni, Ana maani sii kennu feeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gabaa'oonitti halkan eebju'uun Solomoonitti mudhatee «Maal akka sii kennu barbaadda?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan san achitti Mootiin Waan Maraa oojju'uun Solomoonitti mudhatee, «Akka si'iif kennu waan barbaaddu na gaafadhu» jedhe.