1 Kings 3:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, atini yayu fulla abba kiyya hayyu na tolchite, ato anini daima aka nama fidu imbeenne taatele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ammallee yaa Waaqa kiyya! ana garbicha kee mootummaa abbaa kiyya Daawitii irratti na moosifteerta; ani garuu mucaa diqqaa bayaa gala hin beenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya, ani tajaajilaan keeti addee abbaa kiyya Daawitiititti mootii akka te'u gooteerta; ani ammoo ijoolle'e; attam akka bulchanulle hin beeku.