1 Kings 4:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Baana ilma Ahiludi: dira Taanaki, Megido, ammalle lafa d'aatu Bethsheani ch'ufa ta d'aatu dira Sarethani, ka Yezreelini bita, haga dira Abel-Meholatifi dira Yokmeamu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beetisaaniin irraa jalqabee haga Abelimhoola'aa fi daangaa Yooqimi'a'aa, Taa'inaakii fi Maagidoo Tsartaamiin birattillee Ba'aanaa ilma Alihuudii haga daangaa Iyiziraa'elii maraa bulcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilma Ahiiludii Ba'anaa ka qachoota Ta'ana'aatii fi Megidoo, Bet-Shaanii cinaa Zaaretaana'aa ta Yizre'eliin jalaa, akkasuma lafa Bet-Shaanii irraa kaasee, Yaaqne'aam qaxxaamuree haga Abeel Meholaatii ka bulchu,