1 Kings 4:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bengiberi: dira Ramothi ka Gileadi keesatifi, ollowaani balbala Yaeri ka gosa Manase ta Gileadi keesatifi Arda Argobu ka Bashani keesa; ardaani kunini ch'ufti dira jaatama qaba. Ka kamu d'akhaani Marsani jaarani, ka balbala iti mid'aasani danqarro sibiila diimaatini ch'ufaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Reemaatii Zagala'aadii ijoollee Minaase'eellee ilma Geebaariititu bulcha; inni qachoota dallawa dhaga'aatiin ijaaramte ta daangaa Baasaanii Argoobba'aa ta sibiila diima'aan ijaaramte gugurdoo jahaatama qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ben-Geber qachoota Raamoot-Giili'aad keessaa, olloota fira ilma Minaase'ee ka Yaa'iirii ka Giil'aad keessaa, lafa Argoobii ka Baashaan keessaa, wolumatti qachoota gugurdaa jaatama ka dalleya dhaka'aatii fi karra danqaraa sibiila sageettu'uu qabu ka bulchu,