1 Kings 4:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yudatifi ka Israeli heddate, lafa ira dabre Maansa afaani galaana fakaate, quufafi gammada, bad'aad'a keesa taani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuuda'aatii fi worri Israa'elii akka cirracha galaanaa baay'ataniiran; isaan maruu nyaata'aa dhuga'aa gammadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aatii fi Israa'elii akka maansa qarqara abbaaya'aa baca'a; isaan nyaataa, unaa gammadaniiyyu.