1 Kings 4:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
looni kud'ani ka manati okhayani gagabbisanifi looni diddama ka ala oolaatifi ree d'ibba tokole; hori kana malele bineensa aka hiddifa gadamsafa saalafa ammalle lukufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
sangoota dadaloo manaa keessatti soorame kudhan, sangoota marga raasa'aa keessa dheedanii furdatan diddamaa, hoolota dhibba tokkoo fi kanaan alatti gadamsa bosonaa, siinqillee, Kuruphe'ee fi allaattii nyaattaman fidaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sangoolee manatti gabbisane kudhan, sangoolee diida dheeddu diddama, hoolee dhibba tokko, kana biratti gadansa, buddannee, qorkee, lukkuu gagabboo.