1 Kings 4:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini maneeni kuma afurtama ta fardi gaari hirkisu iti galu qaba, ammalle fardoole kuma kud'ani lama qaba ka nami yaabatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon farda sanga'aa dare'ee kuma afurtamaa sooraman ka gaarii fardaa harkisanii fi farda lolaa kuma kudha lama qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon gola fardoo garreettaa harkittuu kuma afurtamaa fi abbootii fardo'oo kuma kudhanii lama qabaayyu.