1 Kings 4:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Waaqi qalbiifi heregafi hubacha guddo muumme inqamne Solomonini kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Solomoonii ogummaa, hubanna'aa fi garaa badhinna ka akka xindhacha galaana biraa baay'atu kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi qarumma'aa fi hubantii guddoo, yaada badhaa ka akka maansa qarqara abbaaya'aa ka laakkowanee hin dandeennee Solomooniif kenne.