1 Kings 4:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama ch'ufa ira qalbi qaba Ethani ka gosa Esrahi, Hemani, Kalkoli, Darda, ilmaani Maholi, inni worra kana ch'ufa ira qalbi qaba, gurri isaa lafa d'aatu jirtu ch'ufa gahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaa nama maraa caalaa ogummaan isaa ogummaa Eetaanii, ogummaa ijoollee Maahoolii, Heemaan, Kaalikoolii fi Daar'aarii caala; gurri isaa orma naannoo isaa jiran maraa keessatti dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni namoota qaroolee akka Etaanii Ezraahicha, ilmaan Maaholii Hemaan, Kalkoolii fi Dardaa caalaa qaro'o; gurri isaalle biyya gosa adda addaa ta adaala isaa jirtu mara keessatti beekkame.