1 Kings 4:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni mukha haguma hind'eesa Lebanoniti iti keeyate mukeeni didiqo mana ira baatu ch'ufa muumme baase ch'ufa waan isaa dubbate: Ammalle bineensafi simpireefi waan lafa ira loatifi qurt'umile ch'ufa waan isii dubbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan mukkiin birbirsa Libaanosii irraa jalqabee haga muka Hisoophi'ii ka dallawa dhaga'aan ijaarame irratti biqiluu dubbata'aa ture; akkasuma waan busaawa'aa, waan allaatti'ii, waan sosocho'aniitii fi waan qurxummi'iillee dubbata'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni marroo mukaa, muka hindheensa Libaanoniitiin jalqabee haga biqiltuu baaldo'oo ta dalleya irratti lattuu dubbateera; akkasuma marroo bineensotaa, marroo sinbirrootaa, marroo bineensota gadha'aan lafa irra lowanuutii fi marroo qurxummi'ii dubbateera.