1 Kings 4:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti lafa ch'ufa aka inni qalbi qabu d'ageete, nama iti ergite aka worri suni dubbi isaa ch'aqasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Orma maraa keessaa, mootota biyya lafaa keessaa worri ogummaa Solomoonii dhagayan maruu isa irraa dhagayu'uuf isa bira dhufa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa biyya adda addaa keessaa, mootota biyya lafaa ta qarummaa Solomoonii dhage'aneeranu mara biraa, namooti qarummaa Solomoonii caqasiisaaf ergamanee dhufane.