1 Kings 4:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini nama kud'ani lama ka arda lafa Israeli fidu, tolche. Worri suni namu arda ufi keesa ganna ch'ufa keesa jia toko sagale barbaade hayyufi worra isaati geesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon guutuu Israa'elii irratti namoota kudha lamaa namoota godina bulchan muude; hujiin isaanii godina bulchan maraa irraa nyaata mootichaa fi maatii isaatii waan ta'u maraa dhiyeessaniif ture; marti isaaniituu woggaa keessa nyaata ji'a tokkoof ta'u hin dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma Solomoon Israa'el mara irratti bulchitoota kutaa biyyaa kudhanii lama, ta mooticha fi worra mana mootichaa keessa jiru maraaf soorata dhikeessitu qabaayyu; tokko tokkoon isaaniituu woggaa keessatti ji'a tokko soorata dhikeessuu qabaniiyyu.