1 Kings 5:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Hiramuni, ka lafa Tiro, haguma duriti jaala Daudi; inni aka Solomonini fulla abba isaa hayyu tahe d'agaye jennaani nama iti erge
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin biyya Xiroosii Kiraam hennaa Daawiti mootii ta'eeru goshoo isaa waan tureef Solomoon bikka abbaa ufii mootii ta'u'uuf akka muudame dhagayee garboota ufii gara Solomoonii erge;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiiraam mootiin Xiiroosii Daawiti woliin yennaa mara jaala waan te'eef, akka Solomoon addee abbaa ifiititti mootii te'e yennaa dhage'e, ergantoota ifii gara isaa erge.