1 Kings 5:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonileeni dargaye kintaala kuma diddamatifi d'ad'a d'ebbe kuma diddama ganna ch'ufa kenneefi, aka inni jara isaatini gololchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon Kiraamiif waan nyaata mana isaatiif ta'u qamadii koorii kuma diddamaa, sayitii koorii diddamaa wogga wogga'aan kenna'aafii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoonille worra mana Hiiraamii keessa jiranuuf qamadii kuntaala kuma diddamaa akkasuma zayitii ejersaa qulqulluu litirii kuma dhibba afurii woggaa wogga'aan kenneef.