1 Kings 5:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Solomonini nama kuma saddeetama ka d'akha boch'u gareeniti erge, ammalle nama kuma torbatama ka d'akha baatule faana worra erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon worra muka baadhatan kuma torbaatamaa fi worra gaaratti dhagaa bocan namoota kuma saddeettamaa qaba ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon ammalle biyya koobittii keessatti worra ba'aa ba'atu kuma torbaatamaa fi worra dhakaa bocu kuma saddeettama qabaayyu.